Waaqayyoo Wajjiin Jiraachuu, Xumura: Waamicha Waaqayyoo Taj
Waaqayyoo Wajjiin Jiraachuu, Xumura: Waamicha Waaqayyoo Tajaajiluuf Godheef Deebii Kennuu Barumsi tajaajilaa sagantaa waldaa qofa miti-amantoota hundumaaf waamicha waaqummaati. 11:19. Hidhii Isaa irraa eebba guutee irraa hafetu dhangala’a ture. Saanduqi kakuu Waaqayyoo kutaa mana qulqullummaa isa lammaaffaa, iddoo qulqulluu qulqullootaa (iddoo isa hundumaa irra caalaa qulqulluu) keessatti argama. (Yaaqoob 3:17) Seexanni ulaagaalee Waaqayyoo eeganii jiraachuun baayʼee ulfaataa akka taʼe, akkasumas wanta sirrii taʼee fi dogoggora taʼe ofii keetiif yoo murteeffatte caalaatti gammachuu akka argattu gootee akka yaaddu barbaada. Bakka itti Waaqayyo guutummaatti mul’atu barbaaddaa? Inni egaa tokkummaa keessa jira. Amantiin maali? Amantaa hoo? Amantii jechuun “waan abdatan dhuguma ni ta’a jedhanii fudhachuudha; waan ijaan hin argines akka jirutti kan mirkaneessu dha. Amanaan tokko Hafuura Qulqulluun kan guutamu keessatti qaban [Link] Waaqayyoo yeroo hundumaa dursa argachuu [Link] keenya sagalee Waaqayyoo irratti boqochuu [Link] keenya hundi immoo amantii keenyaaf bitamuu qaba. (a) Abbootiin manaa itti gaafatamummaa akkamii qabu? (b) Qolosaayis 3:19 akka jedhutti, abbaan manaa haadha manaasaa wajjin akkamitti jiraachuu qaba? 9 Abbaan manaafi haati manaa seera Waaqayyoo eeganii jiraachuuf carraaqqii gochuu ykn dhiisuunsaanii, Yihowaan gaa’elasaanii keessa akka jiruufi akka hin jirre argisiisa. Karaan ittiin jiraachuu Waaqayyoo ittiin mirkaneeffannu salphaadhumatti waanta inni hojjeteedha. Kunis jireenya arjummaa, warra dibameef arjoomuu, jireenya dhiifma, gara laafina dhugaatiin namoota hundaa tajaajiluu. Kanaafuu nuyis deebinee waan luqqisoonni sun jedhan haa ilaallu. Kanaafuu, Wangeelli jireenya barabaraatii fi kan fayyinaa, adduunyaa maraaf ni lallabama; hundi isaanii akka fayyaniif jechuu dha. Amantiidhaanis dhaaltota isaa taaneerra. luq 18:1-14 ”osoo hin nuffin jaalalaan waaqayyoo waliin dubbachuudha. (1 Qorontos 6:14). Jireenyi namaas raawwatee wal qixaatu miti. Jiraachuu Waaqayyoo ilaalchisee namoota garaagaraatiin haala beekumsa godhataniin waan kaa‘an akka itti aanuu ti dha. Kiristaanonni hundinuu jireenya dhuunfaa isaani keessatti akka fakkeenyota kanaatti jiraachuu qabu. Walii gala kakuu Haaraa keessatti Waldaa Kiristaanaa jechuun tuuta waldootaa osoo hin taane, waldaa tokko akka ta’e kan caqafame macaafa kana keessatti. Dhibeen, rakkoon dhala namaa kanneen gidiran yoo ta’u , gaaf tokko Waaqayyo ballessee guutummaa guutuutti ulfinaaf godha. 1:15) . Isaani warri afaan haaraatiin mormu 3mo Yisihaq Diribå Hope Resident maal jechudha obboleessaa kiyyaa iddaa baasi dubbisii 3mo Anaf Abdin Jira Waaqayyoo guddaan guddisee sii haa eebbisu jecha gaffiin qabu Yoon gaffadhe Waaqayyo dhugaa akka ta’e ni beekna sababni isaas inni karaa sadiitiin ofii isaa nuuf mul’iseera: Uumamaan, sagalee isaatiin akkasuma karaa ilma isaa, Yesus Kiristoos. Caalaa Sanbee and 11 others 12 Jaalala Waaqayyoo beekani jiraachuun jireenya Dec Kun immoo erga amanaan tokko Kiristoosii wajjiin jiraachuu jalqabeetii yeroo hundaa kan geggeeffamudha Efe 5:18. ” Kan nu kadhannu kan nu hanqate qofa osoo hin taane wanta inni nuuf godheefis galataa galchuudhaan dha. Uumamni hundumtuu Waaqayyoon kan uumaman ta‟uu isaanii amanuun, isaaf galataa fi waaqeffannaa dhiyeessuun, seera isaatiin gaggeeffamuun dhimma amantaa isa ol‟aanadha. 11 Kanaafuu Loox hurufa Yordaanos guutummaatti ofii isaatii filatee gara baʼa biiftuutti godaane. Tajaajila mana qulqullummaa lafa irraa Waaqayyo jiraa? Jiraachuu Waaqayyootiif ragaan jiraa? Gaaffii: Waaqayyo jiraa? Jiraachuu Waaqayyootiif ragaan jiraa? Deebii: Jiraachuun Waaqayyo mirkaneessuu yookiin mirkaneessuu dhiisuun hin danda’amu. Furtuu Kakuu Haaraa (New Testament Survey) 10) Ergaa Phaawuloos Gara Warra Efesoon Ergaan warra Efesoon kan barreeffame waldootni Kiristaanaa baay’een erga bu’uureffamii booda. Namni mana qulqullummaa Waaqayyoo yoo balleesse, Waaqayyo immoo isa in balleessa; manni qulqullummaa Waaqayyoo dhuguma qulqulluudha, innis isin (1Qor 3:16-17 ilaali!). Ragaawwan jiran argadhu. Kana jechuun akka saba Waaqayyootti jiraachuu, maqaa Kiristoos baachuu, hariiroo keenya hundumaa keessatti jaalala Waaqayyoo calaqqisiisuu jechuudha. Qabiyeen isaa Waaqayyo fayyisuu isaa fi barabarummaa isaa, akeeka isaa isa barabaraa kan ittin Waaqayyoorraa dhalatu malee sirumaa fayyuu hin danda’u. Namni kam illee ijoollee Waaqayyo gidduu ta’uu isaatiin, mana Waaqayyoo keessa jiraachuu isaatii fi maaddii Waaqayyoo irraa nyaachuu isaatiin kiristiyaana dhugaadha jedhamee hin mirkanaa’u. Yesuus du’aa fi du’aa ka’uu isaatiin namoonni Waaqayyoo wajjin akka araaramanii fi cubbuun isaanii akka dhiifama argatu taasiseera. Bara baraan jiraachuu (glorification):- biyyi lafaa nuti keessa jiraannu tasumaa waan hundaa irraa bilisa ta’ee hin qulqullaa’u. Haaqa abbooti 14:7 Kunis dubbii jaalalaa marii jaalalaa jechuudha. Seenaan Kun Jaalala Waaqayyoo ilmaan namootaatiif qabu kan inni itti agarsiise dha. Namni tokko nama jiraachuu Waaqayyoo mormudha yoo ta’e, ragaan kamiyyuu isa Boqonnaa 25—Seera Waaqayyoo Isa Hin Jijjiiramne “Kana booddee manni qulqullummaa Waaqayyoo inni waaqa keessaa banamee, sanduuqi kakuu mana qulqullummaa Isaa keessaas in argame. Sagantaa Gaaffii kana yaada keessa galchuun jiraachuu Waaqayyoo akkamitti beekuu dandeenya? Kan jedhu itti dabaluun qo‘annaa itti fufna. Namni Uumama isaan waantota garagaraa kan barbaadudha. 2. Amanaan tokko jireenya isaa keessatti yeroo hundaa Hafuura Qulqulluun guutamuu qaba. KADHANNAA:jechuun waaqayyoo wajjiin dubbachuu,yaada fi fedhi keessa ofii waaqayyootti himachuu jechuudha. 8K views 04:11 KADHANNAA…Haa iyyinu! 3 days ago · 27K views 01:43 NAN INAAFE…Wajjiin ta’uu Waaqayyoo! Feb 11, 2026 · 9. Osoo wantoota kana Hiriyummaa jaalalaa filachuun walxaxaadha. “Amantiin malee immoo Waaqayyoon gammachiisuun hin danda’amu. Akka kristaana tokkootti nuyi martuu jireenya keenya nagaa fi moo’icha Waaqayyo nuuf eeyyameen guutuuf akka barbaannu shakkii hin qabu. ” Hafuura qulqulluun guutamuun fedha Waaqayyoo ti amantoota hundaaf. 4. Tarii Abdii Waaqayyoo kan gonkumaa hin jijjiiramne irra dhaabbadhu. Yesus dhiibbaa biyya lafaatiif matumaa harka hin kennine, nutis akkasuma gochuu qabna. KAADHIMAMUMMAAN MAARIYAAM FI YOOSEEF KAADHIMUMMAA GAA'ELAAF MITI. Macaafni Qulqulluun jiraachuu Waaqayyoo amantiin fudhachuun akka nurra jiru nutti hima. Nama hafuuraa taʼuu fi namummaa hafuuraa eegnee jiraachuuf carraaqqii gochuun kan nu barbaachisu maaliifi? 8 Haa taʼu malee, kan jiraannu addunyaa baayʼee rakkisaa taʼe keessa Kan isaaf abboomamnu akkamitti? 10 Sababii guddaan abboomii Waaqayyoo itti eegnu maalidha? Yeroo hundaa ilaalchaafi yaada Waaqayyoo isa beeknuu wajjin haala walsimuun jiraachuu kan barbaannu maaliifi? Daandii akkasii kan filanne, adaba jalaa miliquuf ykn miidhaan namoota jaalala Waaqayyoo tuffatanirra ga’u akka nurra hin geenyeef qofa miti. 39 fMana Waaqayyoo Fayisaa Maatiwoos Shinoo tiin Kutaa kana irraa kan hubannu;- 1ffaa nuti mana qulqullummaa hafuura Waaqayyoo isa nu keessa jiruu ta‟uu; 2ffaan immoo namni i Axereera Qorannoon kun faarsaa kitaaba " Galata waaqayyoo " qaaccessuu irratti xiyyeefata. Qaama miidhamaa hiriyummaaf filachuun ittumaa akka qaaniitti ilaaluun namoonni hubannoo dogoggoraa qaban jiraachuu agarsiisa. Waaqayyoo kan itti mul‟atu kitaaba addaa waan ta‟eef jiraachuu Waaqayyoof ragaa ol‟aanaa dha. yooma isa dhiisnee deemneyyuu Nu barbaaduuf takkaa duubatti hin jedhu. Eenyu illee Waaqayyotti dhiyaachuu Aug 27, 2024 Barri dhufu kun bara waan hundaan eebbifamuu siif haa ta'u maqaa Yesuusin Waadaafan Najo and 3 others 4 Jaalala Waaqayyoo beekani jiraachuun jireenya Jan 11, 2024 Jiraannaan yesuusii wajjiin jiraachuu dha. Tajaajilaan dargaggoonni karaa hafuuraa guddatu, amala guddifatu, dandeettii geggeessummaas baratu, hawaasa isaanii keessatti dhiibbaa hiika qabu uumuudhaan. “Nuyi amma illee of dadhaboo taanee jirruu yeroon yaadame yommuu ga’etti Kiristoos warra akkuma keenya Waaqayyoo irraa fagaatan hundumaaf du’e. Humni waaqayyoo kan jireenya nama gedderuu danda’u keesa jiraachuu fi dhibuu isaa. Guutummaan ulfina Waaqayyoo akkuma kiristoos Yesusiin mul’ate har’as immoo kara tokkummaa mul’ata. Kunis utuu Waaqayyo Sodoomii fi Gomoraa hin balleessiniin dura ture. Hojii hammeenyaa, bu’aa isaa isa bo’ichaa fi badiisaan guutamee wajjiin yeroo argan, akkamitti wantootni kun hundinuu aangoo Waaqa Isa ogummaan Isaa, humnii Isaa fi jaalalli Isaa daangaa hin qabne jala jiraachuu danda’a jedhanii Sagaleen Waaqayyoo “Obboloonni walii wajjiin ta’uun akkam gaariidha” akkuma jedhu (Far 133:1-3) tokkummaa amantootaa keessatti hirmaadhu. Kitaabni Qulqulluun qabxiiwwan ogummaa Waaqayyoo, jechuunis ogummaa “ol gubbaadhaa dhufu” horachuuf nu gargaaran afur qabateera. Jaalala waaqayyoo keessatti of eeguuf, hiriyoota wanta gaarii akka raawwannuuf dhiibbaa gaarii nu irraan geessisan filachuu qabna. Ta’us namoonni jiraachuu Waaqayyoo isa shakkii hin qabne kana akka ganan sobaattis akka amanan Macaafni Qulqulluun nutti hima. Jalqaba irratti luqqisoota baay’ee waa’ee Eegichi barabaraa argamuu isaa deeggaran sakatta’uu haa eegallu. KADHANNAA…Haa iyyinu! 3 days ago · 26K views 01:43 NAN INAAFE…Wajjiin ta’uu Waaqayyoo! 3 days ago · 8. Jaalallee Waaqayyoo ta’uu kan dandeessuu akkamitti? Gaaffiin Seexanni olaantummaa Waaqayyoorratti kaase siin kan ilaalu akkamitti? Yihowaan amala akkamii jibba? Jireenya Waaqayyoon gammachiisu jiraachuu kan dandeessu akkamitti? Jiraachuu Waaqayyoo nama ragaadhaan sitti himu ni jaallataa? Amanuu qabda jechuudhaan utuu mataa sin xaxiin karaa kallattiidhaan siif mirkaneessuun yoo sitti argisiise hin gammadduu? Armaan gaditti sababiiwwan jiraachuu Waaqayyoo bifa ifa ta’een mirkaneessan dhihaataniiru. Waaqayyoo Si Jaallata. 8. Bartootni Yesuus warri jalqabaa ariifatanii jijjiiramuutti hin amanne turan; kanaaf akkas jedhan, “Yaa Barsiisa,. keenyaan Waaqayyoo wajjiin nagaa qabna. Duraan dursa garuu waan tokko hubadhu. Akkuma 1Qor 1:18-21 irratti waa'ee fannifamuu Kiristoos dubbachuun warra karaa badiisaa jiraniif gowwummaadha, nuyi warra karaa fayyinaa irra jirruuf garuu, inni human Waaqayyooti" jedhutti, warra Waaqayyoo hin qabne kajeellaa garaa 11 ERGAMAA WAAQAYYOO …………………………………………………………………………… 13 AMANII, AMANUU, YKN ABDACHUU (Pistis [MAQAA], pistevō, [GOCHIMA], pistos [ADJECTIVE] ……………………………………………………………. Karaa Waaqayyoottis deebi'i Suuraan Kun Kan Onesmoos Nasiib ( Abbaa Gammachiis) Dha. 44 f HOLISTIC BIBLE COLLEGE Baabura suuraa kana akka konkolaataa dhagaa boba'aan hojjetutti yoo fudhanne Kutaan jalqabaa mana motoraa ti. Inni jalqabaa isa waa’ee jiraachuu Waaqayyoo baruuf nu gargaaruu fi daandiin beekumsi amantaan itti argamu, sirna uumamaa fi waa’ee uumama amala dhokataa dhala namaa dhokataa (lubbuu) ka’umsa godhachuun seera lapheetiin gara uumaa, gara uumaa gahuudhaaf barbaacha dhugaa fi xiinxala godhamuun kan ibsamudha. Anis waa’ee jiraachuu Waaqayyoo raga ba’uu irraa kan hafe waan biraa waanan dubbadhu hin qabu ture. Fakkeenyaaf Bazaali’el (Bau 31:2-3), Yohaannis cuuphaa (Luq. Akkasumas gammachuu qabna. Ayyaannii fi nagaan Waaqayyoo siif haa baayyatu! Karaa biraatiin amanataan yoo fayyina isaa dhabuudhaa baatee, inni jiraachuu Waaqayyoo isa hundumaa gararraa fi eebbaa barabaraa keessa boqota. Gaaffiiwwan Kitaaba Qulqulluu ilaalchisee kaʼaniif deebii kenname. Akkuma Waaqayyo dhagna Yesusiin du’aa kaase dhagni keenyas gaafa Yesus deebi’ee dhufu du’aa ni kaafama. ……………………. . ” Mul. Nagaan waaqayyo isiniif haa baay'atu obbolootako Akkam jirtu nagaa keessanii Eeyyen Irra deebiiniis Wajjin Jiraachuu eegalan. Addunyaan jecha Waaqayyootiin akka uumaman… afuurri waaqayyoo keessa jiraachuufi ga’umsa inni mul’ata waaqayyoo ibsuuf qabu. Seexanni dhaaba Eedan keessaa jalqabee namoonni yaada kana akka amanan gochuuf yaalaa tureera. Kakuu Haaraa keessatti hafuura qulqulluuf akka kadhannu Yesuus cimsee barsiiseera. Macaafni Qulqulluun xalayaa barreffamaa waaqayyoo ittin namaa wajjin walqunnamuudha. Ati warra Adventistii ta'uu hin ooltu. Ibsi ifa taʼee fi Dubbii Waaqayyoo keessatti argamu si dinqisiisa. Yeroo itti barreeffame: Yeroo Phaawulos mana hidhaa ture tti Amantoonni beeku sagaleen Waaqayyoo akka hin kufne; dogoggorri hiikkaa raajii bira jiraachuu akka qabu hubatan; garuu dogoggorri eessa jira? Baay’een isaanii Guyyaan 2300 bara 1844 akka xumuramu ganuudhaan gudunfaa rakkisaa kana hiikuuf ariifatan. Cubbuun jalqabaatii fi inni guddaan Waaqayyoo malee jiraachuu yoo ta u kunis Waaqayyootti amanuu diduudha. “Bifni isaa ijaan hin argamne; garuu humni isaa inni bara baraa waaqayyummaan isaa eergi biyyi lafaa uumamee jalqabee waan Fili. Bakka tokko tokkotti immoo Waaqayyoo ofii isaatiii filatee yeroo isaatti hafuura qulqulluun kannnen inni guute jiru. 3. Dogoggora keessa akka jirru sagalee Waaqayyoo keessaa nutti argisiisaa; hamma ga’utti nutti ga’isameera; kun immoo dogoggora keessa jiraachuu keenya nu amansiisuu hin danda’u; ilaalcha keenya jijjiiruu kan danda’u sagalee Waaqayyoo qofa dha. 3K views 04:11 KADHANNAA…Haa iyyinu! 3 days ago · 27K views 01:43 NAN INAAFE…Wajjiin ta’uu Waaqayyoo! Feb 11, 2026 · 9. 2K views 04:11 Yaada keessaniif deebii Yaada keessaniif deebii Alem Abera and 358 others 359 65 Last viewed on: Feb 15, 2026 Hojiin qalbii jijjiirrannaa fi qulqullummaa, akka namoonni qajeelfama seera Waaqayyoo wajjiin walii-galtee uuman taasisee Waaqayyoo wajjiin walitti isaan araarsuu dha. Karoora Addaas siif qaba. Garuu warreen gara maatii Waaqayyoo ta’uuf Yesus Kiristoositti amanuudhaan dhlataniif jireenyi haaraan isaaniif ni kennama (1 Qorontos 15:20-22). Yommuu wanta hafuuraa irratti xiyyeeffannu, yeroo ammaatti Waaqayyoo fi ofii keenyaa wajjin nagaa ni qabaanna, gara fuulduraatti immoo jireenya bara baraa arganna. Samii irra utuu hin taane lafa irra jiraachuu Isaa waan irraanfate fakkaata; nagaan inni fayyadame nagaa biyya ifaa ture. Hundee Dubbii Amantaa Jiraachuu Waaqayyoo Jiraachuu amantaaf bu‟uurri Ol‟aanaan jiraachuu Waaqayyoo dha. Gama biraatiin ilaalchi Uumama dhala namaa mataan isaa jiraachuu Waaqayyoof raga guddaadha. Qorumsi hawwiidhaan eegaluu qabatamaan yommuu raawwatamu immoo cubbuu ta’a. 10 Looxis ol jedhee ilaalee akka hurufni Yordaanos hundi akkuma iddoo biqiltuu Waaqayyoo akkuma biyya Gibxi kan karaa Zoʼaar irra jiru sanaa bishaan baayʼee qabu arge. Waldaa dhaabbilee barnoota olaanoo irratti akka tajaajiluuf Qulqulluu Sinoodosii irraa eyyamameef , Waldaa Sillaasee, Waldaasillaasee Boqonnaa 29—Madda Hamminaa Akkaataa cubbuu itti jalqabee fi sababii jiraachuu isaatii yaaduun sammuu namoota baay’eetiif madda bita galummaa guddaati. Waldoota kiristaanaa yookiin abboota amantiin fudhatama Barumsa 16 Waaqayyoon Tajaajiluuf Murtoo Gochuu Qabdu Waaqayyoo wajjin michoomuuf maal gochuu qabdaa? (1, 2) Waaqayyoof kan ofmurteessitu akkamittii? (1) Cuuphamuu kan qabdu yoomii? (2) Waaqayyoof amanamummaadhaan dhaabachuuf humna sibarbaachisu akkamitti argachuu dandeessaa? (3) 1. Erga fayyitee booda jireenya keetti akka guddattuuf guyyaa guyyaatti waantonni ati shaakaltu sadiitu jiru, Inni jalqabaa kadhachuu dha, innis yeroo ati Waaqayyoo wajjin duddubbattuu dha. Kiristoos amaloota gaarii nuti qabnu akka mirkaneessuu fi eeb-bisu haala hin shakkisiifneen agarsiiseera. ” Waaqayyoo furmaata siif in kennaa, KARAA ati ni dandaa’ama jettee tilmaamteen olittis waaqayyoo rakkina kee ni furaa. (Yaaqoob 3:17) Gama qaamolee miiraa keenya garaa garaatiin gara laphee keenya kan seenanii fi akka hayyama Waaqayyoo kan hin taane yookiin fedha/hayyamawwan Waaqayyoo Kitaabolee Qulqulluu keessatti ibsaman irraa yaadoliin adda ta’an adaadumaan gara hawwiitti guddatu. Kanneen kun Falaasfota amantii qabantu falmii jiraachuu Waaqayyoo irratti odeeffannoo kaa‘u. Eddan Waaqayyoon booji’amee booda ji’oota itti fufan keessatti jaalala dinqii Waaqayyo anaaf qabuun nan tuqame. Aarsaan kee Inni Dhumaa Maali? Karaa hedduu ta’een Macaafni Qulqulluun waa’ee kristaanonni jireenya ofii keessatti aarsaa akka kaffalan waamamuu isaaniis ni dubbata. 9. Fayyina jechuun Mootummaa Waaqayyoo dhaalanii maqaa Isaa galateefachaa jiraachuu dha malee, waan biraa miti. Jaalallee Waaqayyoo ta’uu kan dandeessuu akkamitti? Gaaffiin Seexanni olaantummaa Waaqayyoorratti kaase siin kan ilaalu akkamitti? Yihowaan amala akkamii jibba? Jireenya Waaqayyoon gammachiisu jiraachuu kan dandeessu akkamitti? Dabalataaniis, baay’achuun rakkinootaa fi idaa’amiinsi qormaataa Waaqayyoo nu wajjiin jiraachuu dhabuu Isaa hin agarsiisu! Uumaan utuu jiruu uumamni yeroo dhiiphatu, Kiristoos utuu jiruu dambaliin qilleensaa yeroo jabaatu “Kiristoos waanta nu waliin hin jirreef malee utuu jiraatee rakkinni nutti hin baay’atu ture” hin jedhinaa. Nagaan Waaqayyoo inni hubannaa namaa hundumaa irra caalus,karaa Kiristoos Yesus garaa keessan in eega. eessa jiraatta? . Kaayyoon gooroo qorannoo kanaas, qaaccessa qabiyyee, unkaafi fayyadama afaanii faaruu amantii kitaaba " Galata Waaqayyoo " Waldaa Warra Wangeelaa Makaane Yesus (WWWMY) qaaccessuu dha. Dubbiin waaqayyoo karaawwan biyya lafaa kana irraa adda baʼuu itti qabnu shan ibsa. bartoonni sun dhaqanii iddoo Yesuus buufate arganii guyyaa sana isa bira oolan. Wanti michummaa Daawitii fi yonaataan adda godhu maalidha? Gara Waaqayyoo kan dhufnu waamicha addaani dha, waltajjii dhaggeeffattoota isaatii irratti nu simachuudhaaf nu eega. Isa kana dhugoomsuuf immoo waanti nurraa eegamu hariiroo keenya Waaqayyo uumaa keenya waliin cimsuu fi karaa dubbii isaa isa irraa barachuu qabnaan dhaamsakooti. Roomaa 1:25, “Isaan dhugumaan waa’ee Waaqayyo sobatti diddiraniiru, Waaqayyoon isa hunduma huume dhiisanii uumamaaf sagadan hojjetaniif. Waa’ee waaqayyoo namaa fi waa’ee fayyina bara baraa dhugaa dogoggora hin qabne of keessaa qabachuu isaa. . Kunis isa wajjiin araaramuu keenyaan dhufa. Kana hin ta’u taanaan jireenyi amanaa kanaa dadhabaa fi kan gara kiristoositti hin guddanne ta’a. 3:9-10 Yesusiin beekuu caalaa kan inni barbaadu waan biraan hin jiru jedhe, “Akkasuma kara Kristoos Yesus nama Waaqayyoo ta’ee jiraachuu kan hawwuu hundinuu ari’atamuuf jira. mvwwo, 7vg4m5, xmi5p, ttfn, 7hh5z, 7ien8b, sr1t, wygprb, l6am, 3ecpg,